-
Maarqos 6:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 isaanis qurxummii sanaan alatti, hambaa irraa hafe guuboo 12 guutuu walitti qaban.+
-
-
Luqaas 9:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Hundi isaanii nyaatanii quufan; hambaa irraa hafes guuboo 12 walitti qaban.+
-
-
Yohaannis 6:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Isaanis daabboo garbuu shanan isa namoonni sun nyaatan irraa hambaa irraa hafe hunda sassaabanii guuboo 12tti guutan.
-