LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 4:42-44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Namichi Baʼaal Shaalishaadhaa+ dhufe tokkos, daabboo garbuu+ firii isa jalqabaatiin tolfame 20 fi midhaan haaraa qalqalloo tokko nama Waaqa dhugaa sanaaf ni fide.+ Achiis Eelsaaʼiin, “Akka nyaataniif namoota sanaaf kenni” isaan jedhe. 43 Tajaajilaan isaa garuu, “Akkamittan kana namoota 100 duratti dhiheessa?”+ jedhe. Yeroo kanatti Eelsaaʼiin, “Akka nyaataniif namoota sanaaf kenni; sababiin isaas Yihowaan, ‘Isaan ni nyaatu, muraasnis isaan irraa ni hafa’+ jedheera” isaan jedhe. 44 Innis isaan duratti ni dhiheesse; akkuma Yihowaan dubbatettis isaan ni nyaatan, muraasnis isaan irraa ni hafe.+

  • Maarqos 6:42, 43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Akka kanaan hundi isaanii nyaatanii quufan; 43 isaanis qurxummii sanaan alatti, hambaa irraa hafe guuboo 12 guutuu walitti qaban.+

  • Maarqos 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaanis nyaatanii quufan; achiis hambaa irraa hafe guuboo guguddaa torba guutuu walitti qaban.+

  • Luqaas 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Hundi isaanii nyaatanii quufan; hambaa irraa hafes guuboo 12 walitti qaban.+

  • Yohaannis 6:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Haa taʼu malee, erga namoonni sun nyaatanii quufanii booda, barattoota isaatiin, “Wanti tokko illee akka lafatti hin badneef, hambaa irraa hafe hunda walitti qabaa” jedhe. 13 Isaanis daabboo garbuu shanan isa namoonni sun nyaatan irraa hambaa irraa hafe hunda sassaabanii guuboo 12tti guutan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi