Maarqos 6:56 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 56 Gandeen yookiin magaalota yookiin baadiyyaa inni dhaqu hundatti namoonni warra dhukkubsatan fidanii bakka gabaa kaaʼu turan; isaan fiixee uffata isaa illee akka tuqan isa kadhatu turan.+ Warri fiixee uffata isaa tuqan hundis ni fayyan.
56 Gandeen yookiin magaalota yookiin baadiyyaa inni dhaqu hundatti namoonni warra dhukkubsatan fidanii bakka gabaa kaaʼu turan; isaan fiixee uffata isaa illee akka tuqan isa kadhatu turan.+ Warri fiixee uffata isaa tuqan hundis ni fayyan.