-
Luqaas 4:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Mana sagadaa sana keessaa erga baʼee booda gara mana Simoonitti seene. Yeroo kanatti amaatiin Simoon dhaqna gubaa cimaadhaan dhiphachaa waan turteef, akka ishii gargaaru isa gaafatan.+ 39 Kanaafuu, inni ishiitti gad jedhee dhaqna gubaa sana ifate; dhaqna gubaan sunis ishii gadhiise. Ishiinis yeruma sana kaatee isaan tajaajiluu jalqabde.
-