LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yesuus gara mana Pheexiros yommuu dhufu, amaatiin+ Pheexiros dhukkuba dhaqna gubaatiin qabamtee utuu ciistuu arge.+ 15 Innis harka ishii yommuu qaqqabu+ dhaqna gubaan sun ishii gadhiise; ishiinis kaatee isa tajaajiluu jalqabde.

  • Maarqos 1:29-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis mana sagadaa keessaa baʼanii, Yaaqoobii fi Yohaannisii wajjin gara mana Simoonii fi Indiriyaas dhaqan.+ 30 Yeroo kanatti amaatiin Simoon+ dhukkuba dhaqna gubaatiin qabamtee ciistee turte; isaanis yeruma sana waaʼee ishii isatti himan. 31 Innis gara ishii dhaqee harka ishii qabee ol ishii kaase. Dhaqna gubaan sunis ishii ni gadhiise; ishiinis isaan tajaajiluu jalqabde.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi