Maatewos 17:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Haa taʼu malee, ani isinitti nan hima, Eeliyaas dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan+ malee isa hin beekne. Ilmi namaas akkasuma harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.”+
12 Haa taʼu malee, ani isinitti nan hima, Eeliyaas dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan+ malee isa hin beekne. Ilmi namaas akkasuma harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.”+