Maatewos 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuusis deebisee, “Dhaloota amantii hin qabnee fi micciiramaa+ nana, hanga yoomiittan isinii wajjin tura? Hanga yoomiittanis isiniif obsa? Mucicha as natti fidaa” jedhe. Luqaas 9:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Yesuusis deebisee, “Dhaloota amantii hin qabnee fi micciiramaa+ nana, hanga yoomiittan isinii wajjin tura? Hanga yoomiittanis isiniif obsa? Ilma kee as fidi”+ jedhe.
17 Yesuusis deebisee, “Dhaloota amantii hin qabnee fi micciiramaa+ nana, hanga yoomiittan isinii wajjin tura? Hanga yoomiittanis isiniif obsa? Mucicha as natti fidaa” jedhe.
41 Yesuusis deebisee, “Dhaloota amantii hin qabnee fi micciiramaa+ nana, hanga yoomiittan isinii wajjin tura? Hanga yoomiittanis isiniif obsa? Ilma kee as fidi”+ jedhe.