-
Luqaas 17:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Gooftaanis akkana jedhe: “Amantii hanga firii sanaaficaa geessu yoo qabaattan, muka guddaa kanaan, ‘Asii buqqaʼii galaana keessa dhaabami!’ jettu; innis isiniif ni ajajama.+
-
-
Yohaannis 11:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Yesuusis, “Yoo amante ulfina Waaqayyoo akka argitu+ sitti himee hin turree?” ishiidhaan jedhe.
-