-
Maatewos 17:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Sana booda barattoonni isaa kophaatti gara Yesuus dhufanii, “Nuti isa baasuu kan dadhabne maaliifi?” isaan jedhan. 20 Innis, “Amantiin keessan xinnoo waan taʼeefi. Dhuguman isiniin jedha, amantii hanga firii sanaaficaa geessu yoo qabaattanii fi gaara kanaan, ‘Asii kaʼiitii achi deemi’ yoo jettan ni deema; wanti isiniif hin dandaʼamnes hin jiraatu”+ isaaniin jedhe.
-