LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 “Namni isin simatu kam iyyuu anaanis ni simata; namni anaan simatu kam iyyuu immoo isa ana erge sana simata.+

  • Luqaas 9:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 “Namni mucaa xinnoo kana maqaa kootiin simatu kam iyyuu anaanis ni simata; namni anaan simatu kam iyyuu immoo isa na erge sana simata.+ Sababiin isaas, namni guddaa jedhamu isa hunda keessan irra akka xinnaatutti of ilaalu dha”+ isaaniin jedhe.

  • Yohaannis 13:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni isa ani ergu simatu hundi anas ni simata;+ namni anaan simatu hundi immoo isa ana erge sanas ni simata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi