LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, namni warra xixinnoo anatti amanan kana keessaa tokko gufachiisu kam iyyuu, dhagaan daakuu* morma isaatti hidhamee galaana keessatti yoo liqimfame isaaf wayya.+

  • Luqaas 17:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis inni barattoota isaatiin akkana jedhe: “Wantoonni nama gufachiisan akka hin dhufne gochuun hin dandaʼamu. Nama karaa isaa wantoonni kun dhufan sanaaf garuu wayyoo! 2 Inni warra xixinnoo kana keessaa tokko gufachiisuu isaa mannaa, dhagaan daakuu morma isaatti hidhamee galaanatti utuu darbatamee isaaf wayya ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi