Maatewos 18:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, namni warra xixinnoo anatti amanan kana keessaa tokko gufachiisu kam iyyuu, dhagaan daakuu* morma isaatti hidhamee galaana keessatti yoo liqimfame isaaf wayya.+ Maarqos 9:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Haa taʼu malee, namni warra xixinnoo amantii qaban kana keessaa tokko gufachiisu kam iyyuu, dhagaan daakuu* morma isaatti hidhamee galaana keessatti yoo darbatame isaaf wayya.+
6 Haa taʼu malee, namni warra xixinnoo anatti amanan kana keessaa tokko gufachiisu kam iyyuu, dhagaan daakuu* morma isaatti hidhamee galaana keessatti yoo liqimfame isaaf wayya.+
42 Haa taʼu malee, namni warra xixinnoo amantii qaban kana keessaa tokko gufachiisu kam iyyuu, dhagaan daakuu* morma isaatti hidhamee galaana keessatti yoo darbatame isaaf wayya.+