LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Harki kee mirgaas yoo si gufachiise, of irraa kutii gati.+ Sababiin isaas, guutummaan qaama keetii Gahaannamitti* gatamuu mannaa, kutaa qaama kee keessaa tokko dhabuu sii wayya.+

  • Maatewos 18:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, harki kee yookiin miilli kee yoo si gufachiise of irraa kutii gati.+ Harka lama yookiin miila lama qabaattee ibidda bara baraatti gatamuu mannaa, qaamni kee hirʼatee yookiin naafa taatee jireenya argachuu sii wayya.+

  • Qolosaayis 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, kutaawwan qaama keessanii+ warra lafa irraa ajjeesaa; isaanis halalummaa,* xuraaʼummaa, fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne,+ hawwii hamaa fi sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi