Maatewos 19:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Fariisonnis isa qoruuf yaaduudhaan gara isaa dhufanii, “Namni tokko sababiidhuma taʼeen haadha manaa isaa akka hiiku seerri isaaf ni heyyamaa?”+ jedhanii isa gaafatan.
3 Fariisonnis isa qoruuf yaaduudhaan gara isaa dhufanii, “Namni tokko sababiidhuma taʼeen haadha manaa isaa akka hiiku seerri isaaf ni heyyamaa?”+ jedhanii isa gaafatan.