LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 86:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+

      Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+

  • Maatewos 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuusis, “Waaʼee wanta gaarii maaliif na gaafatta? Gaarii kan taʼe tokko qofa dha.+ Ati garuu jireenya argachuu yoo barbaadde yeroo hundumaa ajajawwan Waaqayyoo eegi”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 18:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi