3 Ani wantoota iddoo guddaa qaban, warra ani fudhadhe sana isinitti dabarseera; akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, Kiristoos cubbuu keenyaaf ni duʼe;+ 4 akkasumas, ni awwaalame;+ eeyyee, akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan+ guyyaa sadaffaatti+ duʼaa ni kaafame;+