Isaayyaas 53:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni balleessaa* kan hin raawwannee fiDubbii gowwoomsaan afaan isaa keessatti kan hin argamne taʼus,+Hamootaa wajjin iddoon awwaalchaa isaaf ni kenname,*+Duuti isaas sooreyyii* wajjin ni taʼe.+ Maatewos 27:59, 60 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 Yoseefis reefficha fuudhee uffata quncee talbaa baʼeessaa fi qulqulluu taʼeen kafanee,+ 60 awwaala* haaraa isa ofii isaatiif kattaa keessatti qopheesse keessa kaaʼe.+ Achiis dhagaa guddaa tokko gara afaan awwaalichaatti* gangalchee erga cufee booda bakka sanaa deeme.
9 Inni balleessaa* kan hin raawwannee fiDubbii gowwoomsaan afaan isaa keessatti kan hin argamne taʼus,+Hamootaa wajjin iddoon awwaalchaa isaaf ni kenname,*+Duuti isaas sooreyyii* wajjin ni taʼe.+
59 Yoseefis reefficha fuudhee uffata quncee talbaa baʼeessaa fi qulqulluu taʼeen kafanee,+ 60 awwaala* haaraa isa ofii isaatiif kattaa keessatti qopheesse keessa kaaʼe.+ Achiis dhagaa guddaa tokko gara afaan awwaalichaatti* gangalchee erga cufee booda bakka sanaa deeme.