28 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, yeroo wanti hundi haareffamuu fi Ilmi namaa teessoo isaa isa ulfina qabeessa taʼe irra taaʼutti, isin warri na duukaa buutan teessoo 12 irra teessanii gosoota Israaʼel 12n irratti murteessitu.+