LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis uummanni, saboonnii fi namoonni qooqa garaa garaa dubbatan hundi akka isa tajaajilaniif, bulchiinsi,+ ulfinnii+ fi mootummaan isaaf ni kenname.+ Bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa ti, hin darbus; mootummaan isaas hin balleeffamu.+

  • Maatewos 20:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Innis, “Maal barbaadde?” ishiidhaan jedhe. Ishiinis deebistee, “Ilmaan koo lamaan kun Mootummaa kee keessatti inni tokko karaa mirga kee, inni tokko immoo karaa bitaa kee akka taaʼan godhi”+ jette.

  • Luqaas 22:28-30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Haa taʼu malee, isin qorumsa koo+ keessatti ana irraa adda hin baane;+ 29 akkuma Abbaan koo anaa wajjin kakuu gale, anis isinii wajjin kakuu mootummaa nan gala;+ 30 kunis Mootummaa koo keessatti maaddii koo irraa akka nyaattanii fi akka dhugdan,+ akkasumas teessoowwan irra teessanii+ gosoota Israaʼel 12n irratti akka murteessitaniifi.+

  • 1 Qorontos 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yookiin qulqulloonni addunyaatti akka murteessan hin beektanii?+ Maarree, isin addunyaatti kan murteessitan erga taatanii, dhimmoota baayʼee xixinnoo taʼan ilaaluuf gaʼumsa hin qabdanii?

  • Mulʼata 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis teessoowwan nan arge, warri isaan irra taaʼanis akka murteessaniif aangoon isaaniif ni kenname. Eeyyee, lubbuu* warra Yesuusiif waan dhugaa baʼaniif, akkasumas waaʼee Waaqayyoo waan dubbataniif ajjeefamanii,* lubbuu warra bineensicha yookiin bifa fakkeenyaa isaa hin waaqeffannee, akkasumas mallattoo bineensichaa adda isaanii fi harka isaanii irratti hin fudhannee nan arge.+ Isaan gara jireenyaatti deebiʼanii mootota taʼanii Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi