-
1 Qorontos 6:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yookiin qulqulloonni addunyaatti akka murteessan hin beektanii?+ Maarree, isin addunyaatti kan murteessitan erga taatanii, dhimmoota baayʼee xixinnoo taʼan ilaaluuf gaʼumsa hin qabdanii?
-