Maatewos 9:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yesuus achii kaʼee utuu deemaa jiruu, namoonni qaro dhabeeyyii taʼan lama,+ “Yaa Ilma Daawit, garaa nuu laafi” jedhanii iyyaa isa duukaa buʼan. Maatewos 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yeroo kanatti dubartiin biyya Fiinqee* tokko dhuftee, “Yaa Gooftaa, yaa Ilma Daawit, garaa naa laafi. Intalli too jinniidhaan qabamtee akka malee dhiphachaa jirti” jettee iyyite.+
27 Yesuus achii kaʼee utuu deemaa jiruu, namoonni qaro dhabeeyyii taʼan lama,+ “Yaa Ilma Daawit, garaa nuu laafi” jedhanii iyyaa isa duukaa buʼan.
22 Yeroo kanatti dubartiin biyya Fiinqee* tokko dhuftee, “Yaa Gooftaa, yaa Ilma Daawit, garaa naa laafi. Intalli too jinniidhaan qabamtee akka malee dhiphachaa jirti” jettee iyyite.+