Maatewos 9:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+ Maatewos 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yesuus of irra garagalee ishii ilaalee, “Intala too, jabaadhu! Amantiin kee si fayyiseera”+ ishiidhaan jedhe. Dubartiin sunis saʼaatii sanaa kaasee ni fayyite.+
20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+
22 Yesuus of irra garagalee ishii ilaalee, “Intala too, jabaadhu! Amantiin kee si fayyiseera”+ ishiidhaan jedhe. Dubartiin sunis saʼaatii sanaa kaasee ni fayyite.+