LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Bara sanatti Yohaannis+ Cuuphaan lafa onaa Yihudaa keessatti lallabaa+ dhufe;

  • Maatewos 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+

  • Maatewos 14:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Heroodis* sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiin kan kaʼe, Yohaannisiin qabee hidhuudhaan mana hidhaa galchee ture.+

  • Maatewos 14:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, Heroodis isa ajjeesuu kan barbaadu taʼus, namoonni Yohaannisiin akka raajiitti+ waan ilaalaniif isaan sodaate.

  • Maarqos 6:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Sababiin isaas, Heroodis, Yohaannis nama qajeelaa fi qulqulluu taʼuu isaa waan beekuuf+ isa sodaata, akkasumas eegumsa isaaf godha ture. Inni wanta Yohaannis jedhu erga dhagaʼee booda, maal akka godhu kan hin beekne taʼus, gammachuudhaan isa dhaggeeffata ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi