Faarfannaa 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Labsii Yihowaa nan labsa;Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+Ani harʼa si dhalcheera.+ Galaatiyaa 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, yeroon murteeffame sun yommuu xumuramu, Waaqayyo Ilma isaa isa dubartii irraa dhalatee+ fi seera jala ture+ ni erge; 1 Yohaannis 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge.
4 Haa taʼu malee, yeroon murteeffame sun yommuu xumuramu, Waaqayyo Ilma isaa isa dubartii irraa dhalatee+ fi seera jala ture+ ni erge;
9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge.