Maatewos 22:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni, ‘Ani Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoobi’+ jedheera. Inni Waaqa warra jiraatoo ti malee, Waaqa warra duʼanii miti.”+ Luqaas 20:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Hundi isaanii isaaf* jiraatoo waan taʼaniif, inni Waaqa warra jiraatoo ti malee, Waaqa warra duʼanii miti.”+
32 Inni, ‘Ani Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoobi’+ jedheera. Inni Waaqa warra jiraatoo ti malee, Waaqa warra duʼanii miti.”+
38 Hundi isaanii isaaf* jiraatoo waan taʼaniif, inni Waaqa warra jiraatoo ti malee, Waaqa warra duʼanii miti.”+