-
Mulʼata 6:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ani nan arge, kunoo, fardi daalachi tokko jira ture; inni isa irra taaʼe maqaan isaa Duʼa jedhama. Awwaallis* itti dhihaatee isa duukaa buʼa ture. Isaan goraadee dheeraadhaan, hanqina nyaataatiin,+ dhaʼicha cimaadhaan, akkasumas bineensota bosonaatiin akka namoota ajjeesan kutaa lafaa harka afur keessaa harka tokko irratti aangoon isaaniif kenname.+
-