Maarqos 13:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Sabni saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti ni kaʼa;+ bakka garaa garaatti kirkirri lafaa ni taʼa; akkasumas hanqinni nyaataa ni jiraata.+ Haa taʼu malee, wantoonni kun jalqaba ciniinsuu ti.+
8 “Sabni saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti ni kaʼa;+ bakka garaa garaatti kirkirri lafaa ni taʼa; akkasumas hanqinni nyaataa ni jiraata.+ Haa taʼu malee, wantoonni kun jalqaba ciniinsuu ti.+