-
Maatewos 24:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Dhuguman isiniin jedha, wantoonni kun hundi hamma raawwatamanitti, dhaloonni kun matumaa hin darbu.
-
-
Luqaas 21:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Dhuguman isiniin jedha, wantoonni hundi hamma raawwatamanitti, dhaloonni kun matumaa hin darbu.+
-