-
Maatewos 24:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Dhuguman isiniin jedha, wantoonni kun hundi hamma raawwatamanitti, dhaloonni kun matumaa hin darbu.
-
-
Maarqos 13:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Dhuguman isiniin jedha, wantoonni kun hundi hamma raawwatamanitti, dhaloonni kun matumaa hin darbu.+
-