Maatewos 24:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 “Waaʼee guyyaa sanaa fi saʼaatii sanaa, Abbaa qofa malee kan beeku tokko illee hin jiru;+ maleekonni samiis taʼan Ilmi hin beekan.+ Hojii Ergamootaa 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Innis akkana isaaniin jedhe: “Yeroo yookiin waqtii Abbaan ofii isaatiin murteessuuf aangoo isaa jala godhate beekuun isiniif hin kennamne.+
36 “Waaʼee guyyaa sanaa fi saʼaatii sanaa, Abbaa qofa malee kan beeku tokko illee hin jiru;+ maleekonni samiis taʼan Ilmi hin beekan.+
7 Innis akkana isaaniin jedhe: “Yeroo yookiin waqtii Abbaan ofii isaatiin murteessuuf aangoo isaa jala godhate beekuun isiniif hin kennamne.+