Daaniʼel 2:20, 21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Akkana jedhe: “Ogummaanii fi jabinni kan Waaqayyoo qofa waan taʼeef,+Maqaan isaa bara baraaf* haa jajamu. 21 Inni yeroo fi waqtii ni jijjiira,+Mootota iddoo isaaniitii ni kaasa, ni muudas,+Ogeeyyiidhaaf ogummaa, warra hubannaa qabaniifis beekumsa ni kenna.+ Maatewos 24:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 “Waaʼee guyyaa sanaa fi saʼaatii sanaa, Abbaa qofa malee kan beeku tokko illee hin jiru;+ maleekonni samiis taʼan Ilmi hin beekan.+
20 Akkana jedhe: “Ogummaanii fi jabinni kan Waaqayyoo qofa waan taʼeef,+Maqaan isaa bara baraaf* haa jajamu. 21 Inni yeroo fi waqtii ni jijjiira,+Mootota iddoo isaaniitii ni kaasa, ni muudas,+Ogeeyyiidhaaf ogummaa, warra hubannaa qabaniifis beekumsa ni kenna.+
36 “Waaʼee guyyaa sanaa fi saʼaatii sanaa, Abbaa qofa malee kan beeku tokko illee hin jiru;+ maleekonni samiis taʼan Ilmi hin beekan.+