-
Maatewos 26:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yesuusis kana beekee akkana isaaniin jedhe: “Dubartii tana maaliif rakkistu? Ishiin wanta gaarii anaaf gooteetti.
-
-
Yohaannis 12:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yeroo kanatti Yesuus akkana jedhe: “Ishii dhiisaa, ishiin kana kan goote barsiifata kana raawwachuudhaan guyyaan itti awwaalamuuf na qopheessuufi.+
-