Luqaas 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ayyaanni Maxinoo inni Faasikaa+ jedhamu dhihaatee ture.+ Luqaas 22:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Guyyaan Ayyaana Maxinoo aarsaan Faasikaa itti dhihaatu ni gaʼe;+