LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:5-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Jiʼa tokkoffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa 14ffaatti+ yeroo dimimmisaaʼu* Yihowaadhaaf Faasikaan+ ni kabajama.

      6 “‘Guyyaa 15ffaa jiʼa kanaatti Ayyaanni Maxinoo Yihowaadhaaf ni kabajama.+ Guyyaa torbaaf maxinoo nyaadhaa.+ 7 Guyyaa jalqabaatti walgaʼii qulqulluu ni kabajju.+ Guyyaa sanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa. 8 Haa taʼu malee, guyyaa torbaaf aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu ni dhiheessitu. Guyyaa torbaffaatti walgaʼii qulqulluun ni taʼa. Guyyaa sanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.”’

  • Luqaas 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Guyyaan Ayyaana Maxinoo aarsaan Faasikaa itti dhihaatu ni gaʼe;+

  • Yohaannis 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ayyaana Faasikaa dura, Yesuus saʼaatiin inni addunyaa kana dhiisee gara Abbaa itti dhaqu+ gaʼuu isaa waan beekeef,+ warra addunyaa keessa jiran, warra kan isaa taʼanii fi jaallachaa ture sana hamma dhumaatti ni jaallate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi