Yohaannis 15:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma Abbaan na jaallate,+ anis isin jaalladheera; jaalala koo keessa jiraadhaa. Efesoon 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 akkuma Kiristoos nu* jaallachuudhaan+ nuuf* jedhee Waaqayyoof kennaa fi aarsaa urgaa gaarii qabu+ godhee of dhiheesse, jaalalaan deddeebiʼuu keessan itti fufaa.+ 1 Yohaannis 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Inni lubbuu isaa dabarsee waan nuu kenneef kanaan jaalala beekneerra;+ nutis obboloota keenyaaf lubbuu keenya dabarsinee kennuuf dirqamni nu irra jira.+
2 akkuma Kiristoos nu* jaallachuudhaan+ nuuf* jedhee Waaqayyoof kennaa fi aarsaa urgaa gaarii qabu+ godhee of dhiheesse, jaalalaan deddeebiʼuu keessan itti fufaa.+
16 Inni lubbuu isaa dabarsee waan nuu kenneef kanaan jaalala beekneerra;+ nutis obboloota keenyaaf lubbuu keenya dabarsinee kennuuf dirqamni nu irra jira.+