LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 jinniin sun erga isa keessaa baʼee booda, namichi arrabni isaa hidhame sun dubbachuu jalqabe.+ Namoonni hedduun sunis baayʼee dinqisiifatanii, “Wanti akkanaa matumaa Israaʼel keessatti mulʼatee hin beeku”+ jedhan.

  • Yohaannis 7:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Taʼus, namoota sana keessaa hedduun isaanii isatti waan amananiif,+ “Kiristoos yommuu dhufu, dinqiiwwan namichi kun hojjete caalaa hojjetaa?” jedhu turan.

  • Yohaannis 9:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Bara duriitii kaasee namni ija nama qaro dhabeessa taʼee dhalate tokkoo bane akka jiru matumaa dhagaʼamee hin beeku.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi