-
Maatewos 26:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yesuusis, “Dhuguman siin jedha, halkan kana kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ isaan jedhe.
-
-
Luqaas 22:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yesuus garuu, “Ani siin nan jedha, yaa Pheexiros, harʼa kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, ‘Isa hin beeku’ jettee siʼa sadii na ganta”+ jedhe.
-
-
Yohaannis 13:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Yesuusis deebisee, “Ati anaaf jettee lubbuu kee dabarsitee ni kennitaa? Dhuguma dhuguman siin jedha, kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura ati siʼa sadii na ganta” jedhe.+
-