-
Maatewos 26:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yesuusis, “Dhuguman siin jedha, halkan kana kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ isaan jedhe.
-
-
Maarqos 14:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Yeroo kanatti Yesuus, “Dhuguman siin jedha, harʼa, eeyyee, halkanuma kana kormaan indaaqqoo siʼa lama iyyuu isaa dura, siʼa sadii na ganta”+ isaan jedhe.
-
-
Luqaas 22:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yesuus garuu, “Ani siin nan jedha, yaa Pheexiros, harʼa kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, ‘Isa hin beeku’ jettee siʼa sadii na ganta”+ jedhe.
-
-
Yohaannis 18:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Pheexiros garuu ammas ni gane; yeruma sanas kormaan indaaqqoo ni iyye.+
-