LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda Yesuus bakka sanaa kaʼee utuu deemaa jiruu, namicha Maatewos jedhamu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taaʼuu argee, “Duuka buutuu koo taʼi!” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+

  • Luqaas 5:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kana booda achii baʼee utuu deemuu namichi Leewwii jedhamuu fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taaʼuu argee, “Duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe. 28 Innis wanta hunda dhiisee kaʼee isa duukaa buʼuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi