Maatewos 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sana booda Yesuus bakka sanaa kaʼee utuu deemaa jiruu, namicha Maatewos jedhamu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taaʼuu argee, “Duuka buutuu koo taʼi!” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+ Maarqos 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Utuu darbaa jiruus, Leewwii ilmi Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu taaʼee isa argee, “Duuka buutuu koo taʼi” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+
9 Sana booda Yesuus bakka sanaa kaʼee utuu deemaa jiruu, namicha Maatewos jedhamu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taaʼuu argee, “Duuka buutuu koo taʼi!” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+
14 Utuu darbaa jiruus, Leewwii ilmi Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu taaʼee isa argee, “Duuka buutuu koo taʼi” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+