Maatewos 26:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Qorumsatti akka hin galleef+ dammaqaa eegaa,+ kadhachuu keessanis itti fufaa.+ Dhugaa dha, hafuurri qophaaʼaa dha;* foon garuu dadhabaa dha.”+ Roomaa 7:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 qaama* koo keessa garuu seerri kan biraan, seera sammuu koo wajjin wal loluu+ fi seera cubbuu isa qaama* koo keessa jiruuf akkan boojiʼamu godhu+ akka jiru nan hubadha.
41 Qorumsatti akka hin galleef+ dammaqaa eegaa,+ kadhachuu keessanis itti fufaa.+ Dhugaa dha, hafuurri qophaaʼaa dha;* foon garuu dadhabaa dha.”+
23 qaama* koo keessa garuu seerri kan biraan, seera sammuu koo wajjin wal loluu+ fi seera cubbuu isa qaama* koo keessa jiruuf akkan boojiʼamu godhu+ akka jiru nan hubadha.