LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 13:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Kanaafuu, guyyaan murteeffame sun yoom akka taʼe waan hin beekneef, yeroo hunda xiyyeeffannaadhaan hordofaa, dammaqinaanis eegaa.+

  • 1 Pheexiros 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa, dammaqoo taʼaa!+ Diinni keessan Diyaabilos nama liqimsu barbaadee akka leenca barooduutti naannaʼaa jira.+

  • Mulʼata 16:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Ilaa, ani akka hattuuttan dhufa.+ Qullaa isaa akka hin deemnee fi namoonni qaanii isaa akka hin argineef,+ namni dammaqinaan jiraatuu+ fi uffata isaa eeggatu gammadaa dha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi