Isaayyaas 53:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne. Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;Afaan isaas hin saaqqanne.+ 1 Pheexiros 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.
7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne. Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;Afaan isaas hin saaqqanne.+
23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.