-
Maatewos 26:62Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
62 Yeroo kanatti lubni ol aanaan ol kaʼee, “Deebii tokko illee hin kennituu? Wanta namoonni kun si irratti ragaa baʼan ilaalchisee maal jetta?”+ isaan jedhe.
-