Isaayyaas 53:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne. Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;Afaan isaas hin saaqqanne.+
7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne. Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;Afaan isaas hin saaqqanne.+