LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:20-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni, Barbaan akka isaaniif hiikamu,+ Yesuus garuu akka ajjeefamu akka gaafatan uummaticha amansiisan.+ 21 Bulchaan sunis deebisee, “Lamaan isaanii keessaa eenyuun akkan isiniif hiiku barbaaddu?” isaaniin jedhe. Isaanis, “Barbaaniin” jedhan. 22 Philaaxosis, “Yesuus isa Kiristoos jedhamu sana maal godhu ree?” isaaniin jedhe. Hundi isaaniis, “Isa fannisi!”*+ jedhan. 23 Innis, “Maaliif? Balleessaa maalii hojjete?” jedhe. Isaan garuu, “Isa fannisi!” jedhanii ittuma caalchisanii iyyuu isaanii itti fufan.+

  • Hojii Ergamootaa 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isin nama qulqulluu fi qajeelaa sana gantanii, namichi inni nama ajjeese sun akka isiniif gadhiifamu gaafattan;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi