LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:11-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Haa taʼu malee, dura buutonni lubootaa sun, Yesuusiin utuu hin taʼin, Barbaaniin akka isaaniif hiiku akka gaafatan uummaticha kakaasan.+ 12 Philaaxos ammas deebisee, “Isa isin Mootii Yihudootaa jettanii waamtan kana hoo maal godhu ree?”+ isaaniin jedhe. 13 Isaan ammas, “Isa fannisi!”* jedhanii iyyan.+ 14 Philaaxos garuu, “Maaliif? Balleessaa maalii hojjete?” isaaniin jedhe. Isaan garuu, “Isa fannisi!”* jedhanii ittuma caalchisanii iyyan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi