LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Waaqni abbootii keenyaa, inni Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoob taʼe,+ Tajaajilaan isaa Yesuus+ inni Philaaxos gadhiisuuf murteessee utuu jiruu, isin immoo dabarsitanii kennitanii+ fi Philaaxos duratti gantan sun ulfina akka argatu godhe.+

  • Hojii Ergamootaa 13:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Wanta duʼaaf isa geessisu tokko illee kan isa irratti hin arganne taʼus,+ Philaaxos akka isa ajjeesu cimsanii gaafatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi