Isaayyaas 52:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, tajaajilaan koo+ hubannaadhaan tarkaanfii fudhata. Inni ol kaafama,Ol qabama, ulfina guddaas ni argata.+ Isaayyaas 53:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+
13 Kunoo, tajaajilaan koo+ hubannaadhaan tarkaanfii fudhata. Inni ol kaafama,Ol qabama, ulfina guddaas ni argata.+
11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada. Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiinNamoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+Yakka isaaniis ni baata.+