-
Maatewos 27:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Philaaxos wanti kun jeequmsa kaasuu malee faayidaa akka hin qabne yommuu hubatu, bishaan fudhatee uummaticha duratti harka isaa dhiqatee, “Ani dhiiga namicha kanaatiif itti hin gaafatamu. Isinumatu itti gaafatama” jedhe.
-